LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • syr21 ful. 2
  • Dimshaasha 2021

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dimshaasha 2021
  • Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dimshaasha 2022
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2022
  • Dimshaasha 2020
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2020
  • Dimshaasha 2019
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2019
  • Dimshaasha 2018
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2018
Dabalataan Ilaaluuf
Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
syr21 ful. 2

Dimshaasha 2021

  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 239

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 119,297

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 21,367,603

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 20,746

  • Lakkoofsa Babalʼistootaaa isa Guddaa: 8,686,980

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,480,147

  • Dhibbeentaa Bara 2020 Irratti Dabalame: 0.7

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamaniib: 171,393

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,350,138

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 398,504

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 1,423,039,931

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 5,908,167

Waggaa tajaajilaae 2021tti Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi ilaaltota olaanaa aanaa deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 229 baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti namoonni 20,595 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhagaa Baatota Yihowaati..

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatudha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, jw.org irraa mata duree “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii qabudha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, jw.org irraa mata duree “Qoʼannaan Kitaaba Qulqulluu Dhugaa Baatonni Yihowaa Geggeessan Maali Dha?” jedhu ilaali.

e Waggaan tajaajilaa 2021 Fulbaana 1, 2020 hanga Hagayya 31, 2021 kan jirudha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi