LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • syr18 ful. 2
  • Dimshaasha 2018

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dimshaasha 2018
  • Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dimshaasha 2019
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2019
  • Dimshaasha 2017
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2017
  • Dimshaasha 2020
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2020
  • Dimshaasha 2021
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
Dabalataan Ilaaluuf
Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2018
syr18 ful. 2

Dimshaasha 2018

  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 240

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 119,954

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 20,329,317

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 19,521

  • Lakkoofsa Guddina Babalʼistootaaa: 8,579,909

  • Lakkoofsa Giddu Gala Babalʼistootaa Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,360,594

  • Bara 2017 Irratti Dhibbeentaa Dabalame: 1.4

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamaniib: 281,744

  • Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan: 1,267,808

  • Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan: 446,642

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 2,074,655,497

  • Lakkoofsa Giddu Gala Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan: 10,079,709

Waggaa tajaajilaa 2018tti,e Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi daawwattoota ol aanaa aanaa taʼanii tajaajilaa jiran deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 214 ol baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti tajaajiltoonni 20,331 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhugaa Baatota Yihowaa ti.

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatu dha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali.

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii kan qabu dha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irraa jiruu fi “Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Maalidha?” jedhu ilaali.

e Waggaan tajaajilaa 2018, Fulbaana 1, 2017 jalqabee hanga Hagayya 31, 2018 kan jiru dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi