LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • syr20 ful. 2
  • Dimshaasha 2020

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dimshaasha 2020
  • Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dimshaasha 2019
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2019
  • Dimshaasha 2021
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
  • Dimshaasha 2018
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2018
  • Dimshaasha 2017
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2017
Dabalataan Ilaaluuf
Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2020
syr20 ful. 2

Dimshaasha 2020

  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 87

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaatee: 240

  • Lakkoofsa Waliigalaa Gumiiwwanii: 120,387

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argamanii: 17,844,773

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 21,182

  • Lakkoofsa Babalʼistootaa isa Guddaaa: 8,695,808

  • Lakkoofsa Giddu Galaa Babalʼistoota Jiʼa Jiʼaan Hojii Lallabaa Irratti Hirmaatanii: 8,424,185

  • Dhibbeentaa Bara 2019 Irratti Dabalame: -0.6

  • Lakkoofsa Waliigalaa Namoota Cuuphamaniib: 241,994

  • Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 1,299,619

  • Giddu Gala Lakkoofsa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 338,568

  • Saʼaatii Waliigalaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 1,669,901,531

  • Giddu Gala Lakkoofsa Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan Galmeeffamee: 7,705,765

Waggaa tajaajilaa 2020⁠tti,e Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi daawwattoota ol aanaa aanaa taʼanii tajaajilaa jiran deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 231 ol baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti tajaajiltoonni 20,994 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhugaa Baatota Yihowaa ti.

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatu dha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Danda’u Akkamitti?” jedhu ilaali.

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii qabu dha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weebsaayitii jw.org irra jiruu fi “Qayyabannaan Kitaaba Qulqulluu Maalidha?” jedhu ilaali.

e Waggaan tajaajilaa 2020, Fulbaana 1, 2019 hanga Hagayya 31, 2020 kan jiru dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi