LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • syr17 ful. 2
  • Dimshaasha 2017

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dimshaasha 2017
  • Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dimshaasha 2018
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2018
  • Dimshaasha 2021
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2021
  • Dimshaasha 2020
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2020
  • Dimshaasha 2019
    Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2019
Dabalataan Ilaaluuf
Gabaasa Tajaajilaa Dhugaa Baatota Yihowaa Addunyaa Maraa Bara 2017
syr17 ful. 2

Dimshaasha 2017

  • Waajjiroota Damee Dhugaa Baatota Yihowaa: 90

  • Lakkoofsa Biyyoota Gabaasni Dhihaate: 240

  • Lakkoofsa Gumiiwwanii: 120,053

  • Lakkoofsa Namoota Ayyaana Yaadannoo Irratti Argaman: 20,175,477

  • Namoota Maxinoo fi Wayinicha Irraa Fudhatan: 18,564

  • Lakkoofsa Guddina Babalʼistootaaa: 8,457,107

  • Lakkoofsa Gidduu Gala Babalʼistootaa Jiʼa Jiʼaan Lallabaa Irratti Hirmaatan: 8,248,982

  • Bara 2016tti dhibbantaa dabalame: 1.4

  • Lakkoofsa Dimshaashaa Namoota Cuuphamanb: 284,212

  • Gidduu Gala Lakkoofsa Qajeelchitootaac Jiʼa Jiʼaan: 1,249,946

  • Gidduu Gala Lakkoofsa Qajeelchitoota Gargaaraa Jiʼa Jiʼaan: 439,571

  • Saʼaatii Dimshaashaa Tajaajila Irratti Dabarfame: 2,046,000,202

  • Lakkoofsa Gidduu Gala Qoʼannaa Kitaaba Qulqulluud Jiʼa Jiʼaan: 10,071,524

Waggaa tajaajilaa 2017ttie, Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelchitoota addaa, misiyoonotaa fi daawwattoota ol aanaa aanaa taʼanii tajaajilaa jiran deggeruuf doolaara Ameerikaa miliyoona 202 ol baasaniiru. Addunyaa maratti, dimshaashumatti tajaajiltoonni 19,730 taʼan waajjiroota damee keessa tajaajilaa jiru. Hundi isaanii miseensota Waldaa Obbolummaa Tajaajiltoota Yeroo Guutuu Addaa Dhugaa Baatota Yihowaa ti.

a Babalʼisaa kan jedhamu nama misiraachoo Mootummaa Waaqayyoo babalʼisuu ykn lallabuu irratti hinaaffaadhaan hirmaatu dha. (Maatewos 24:14) Gabaasa kana ilaalchisee ibsa guutuu argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Addunyaa Irra Dhugaa Baatota Yihowaa Meeqatu Jira?” jedhu ilaali.

b Dhugaa Baatuu Yihowaa taʼanii cuuphamuuf tarkaanfii fudhatamu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irra jiruu fi “Dhugaa Baatuu Yihowaa Taʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?” jedhu ilaali,

c Qajeelchaa kan jedhamu Dhugaa Baatuu cuuphamee fi fakkeenya gaarii taʼu, misiraachoo lallabuu irratti jiʼa jiʼaan saʼaatii murteeffame dabarsuuf fedhii kan qabu dha.

d Odeeffannoo dabalataa argachuuf, mata duree weeb saayitii jw.org irraa jiruu fi “Qayyabannaan Macaafa Qulqulluu Maalidha?” jedhu ilaali.

e Waggaan tajaajilaa 2017, Fulbaana 1, 2016 jalqabee hanga Hagayya 31, 2017 kan jiru dha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi