Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuu ni dandeenyaa?
“Qajeelonni lafa ni dhaalu, bara baraafis ishii irra ni jiraatu.”—Faarfannaa 37:29.
Kitaabni Qulqulluun yeroo gara fuulduraa ilaalchisee maal jedha?
Namni hundi fayya buleessa taʼa.—Isaayyaas 33:24; 35:5, 6.
Faalamni qilleensaa hin jiraatu, laftis jannata taati.—Isaayyaas 35:1, 2; Mulʼata 11:18.
Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania