Gorsi Yesuus kenne yeroo harʼaatti ni fayyadaa?
“Wanta namoonni akka isiniif godhan barbaaddan hundumaa isinis isaaniif godhaa.”—Maatewos 7:12.
Yesuus barumsa kan biraa akkamii barsiise?
Waaʼee boruu yaaddaʼuu dhiisuudhaan dhiphina keenya hirʼisuu ni dandeenya.—Maatewos 6:34.
Warra kaaniif dhiifama gochuu qabna.—Maatewos 6:14, 15.
Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania