Waaqayyo kadhannaa keenya ni dhagaʼaa?
“Yaa isa kadhannaa namaa dhageessuu, namoonni gosa hundumaa gara kee ni dhufu.”—Faarfannaa 65:2.
Kitaabni Qulqulluun maal nu barsiisa?
Akkamitti kadhachuu akka qabnu nu barsiisa.—Maatewos 6:7-13.
Waaqayyo kadhannaa garaa qajeelaadhaan dhihaatu ni dhagaʼa.—Maatewos 7:7, 8.
Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania