Mootummaan Waaqayyoo rakkina keenya kan furu akkamitti?
“Namoonni hamoon hin jiraatan . . . Garraamonni garuu lafa ni dhaalu.”—Faarfannaa 37:10, 11.
Kitaabni Qulqulluun waaʼee Mootummaa Waaqayyoo maal jedha?
Bulchiinsa samii keessa jirudha.—Daaniʼel 2:44; 7:14.
Wanta nu barbaachisu hunda nuuf guuta.—Isaayyaas 65:21-23.
Caalaatti barachuuf jw.org ilaali.
© 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania