LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w15 10/15 ful. 3
  • “Namoota Akkasiifis Ulfina Kennaa!”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Namoota Akkasiifis Ulfina Kennaa!”
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qaamni Olaanaa Dhugaa Baatota Yihowaa Maalidha?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
  • Qaamni Olaanaan Kan Gurmaa’e Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Qaamni Olaanaan Yeroo Harʼaa Jiru Kan Hojjetu Akkamitti?
    Yeroo Harʼaa Fedha Yihowaa Raawwachaa Kan Jiran Eenyufaʼi?
  • Jaalalaan Tokko Taʼuu—Gabaasa Walgaʼii Waggaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
w15 10/15 ful. 3
Fakkii walgaʼii koreen Qaama Ol Aanaa tokko godhachaa jiru argisiisu

“Namoota Akkasiifis Ulfina Kennaa!”

BARA 1992 kaasee Qaamni Ol Aanaan koreewwan isaa hojii isaanii yeroo raawwatanitti gargaarsa akka godhan jaarsolii muuxannoo qabanii fi gaʼeessota taʼan muudeera.a Gargaartonni miseensota “hoolota kan biraa” taʼan kun, Qaama Ol Aanaadhaaf deggersa guddaa godhu. (Yoh. 10:16) Walgaʼii torbanii koreen itti ramadaman godhatu irratti argamuudhaan odeeffannoo dabalataa fi yaada dhiheessu. Murtoo xumuraa kan godhu Qaama Ol Aanaa taʼus, gargaartonni kun qajeelfama koreen itti ramadaman kennu hojii irra ni oolchu; akkasumas hojii isaaniif kenname kam iyyuu ni raawwatu. Gargaartonni kun walgaʼiiwwan addaa fi walgaʼiiwwan biyyoolessaatiif miseensota Qaama Ol Aanaa wajjin deemu. Kana malees, bakka buʼoota waajjira muummee taʼuudhaan waajjiroota damee akka daawwatan ramadamuu dandaʼu.

Obboleessi erga qophiin kun jalqabamee kaasee gargaartuu taʼee tajaajilaa jiru tokko, “Hojii naaf kenname yeroon hojjedhu, Qaamni Ol Aanaan dhimmawwan hafuuraa irratti caalaatti xiyyeeffachuu dandaʼa” jedheera. Obboleessi gara waggaa 20tiif gargaartuu taʼee hojjete kan biraan immoo, “Kun mirga guddaa wantan yaadu kam irra iyyuu caalu dha” jedheera.

Qaamni Ol Aanaan gargaartota isaatiif itti gaafatamummaa hedduu kenna; akkasumas, tajaajila gaarii obboloonni amanamoon dhimmanii hojjetan kun dhiheessan ni dinqisiifata. Hundi keenya ‘namoota akkasiitiif ulfina haa kenninu.’—Filp. 2:29.

a Hojii koreewwan jaʼan Qaama Ol Aanaa hojjetan beekuuf, kitaaba Mootummaan Waaqayyoo Bulchaa Jira! jedhamu fuula 146 ilaali.

Gargaartota Koreewwan Qaama Ol Aanaa

Koree Qindeessaa

  • Joon Eekran

  • Roobart Woolan

Koree Parsoneelii

  • Jeeraald Giriizil

  • Paatriik Laafraankaa

  • Daaniʼel Moolkaan

  • Raalf Wools

Koree Maxxansaa

  • Doon Adaams

  • Roobart Batlar

  • Haarold Koorkarn

  • Doonaald Goordan

  • Roobart Luusiyoonii

  • Aliiks Reeyinmuular

  • Deeviid Siinkileer

Koree Tajaajilaa

  • Gaarii Biroo

  • Jooʼel Deeliingar

  • Seet Hiyaat

  • Kiristoofar Meevar

  • Baaltaasaar Peerlaa

  • Wiiliyaam Tarnar

  • Roobart Woolan

  • Liyoon Wiivar

Koree Barumsaa

  • Roonaald Karzaan

  • Keenez Filoodiin

  • Wiiliyaam Maalanfoont

  • Maark Nuumeer

  • Deeviid Sheefar

Koree Barreeffamaa

  • Roobart Siraankoo

  • Jams Maantis

  • Iisaak Maree

  • Jen Ismaalii

  • Joon Wiichak

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi