Seensa
Maal Sitti Fakkaata?
Namni tokko samiin maal fakkaata jedhee utuu si gaafate maal jettee deebista?
Yesuus, “Ani . . . ol irraa ti” waan jedheef isa irra barachuu ni dandeenya. —Yohaannis 6:23.
Masaraan Eegumsaa kun wanta Yesuusii fi Abbaan isaa samii ilaalchisee ibsan qabateera.