Ittiin Lixa
MAAL SITTI FAKKAATA?
Kennaa Waaqayyo nuuf kenne keessaa inni hunda irra caalu isa kami?
Kitaabni Qulqulluun akkana jedha: “Waaqayyo Ilma isaa isa tokkicha hamma kennuufitti addunyaa kana baayʼee jaallateera.”—Yohaannis 3:16.
Masaraan Eegumsaa kun Waaqayyo Yesuus nuuf jedhee gara lafaa dhufee akka duʼu kan godhe maaliif akka taʼee fi kennaa kana akka dinqisiifannu argisiisuu kan dandeenyu akkamitti akka taʼe ibsa.