LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/03 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
  • Tajaajila Mootummaa—2003
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Barruulee Raabsuudhaaf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2003
km 12/03 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“‘Waaqayyo kan nujaalatuufi humna olaanaa qabu ta’ee utuu jiruu yeroo rakkinni nurra ga’u maaliif cal jedhee ilaalaa?’ jettee gaafattee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Yeroo dhihootti rakkoowwan hundaa ni balleessa. [Isaayaas 65:17 dubbisiif.] Haata’u malee, hammasitti Waaqayyo yeroo dhiphannu callisee akka hin ilaalle barruun kun ni ibsa.”

Dammaqaa! Onk. 2003

“Fakkiiwwan walqunnamtii saalaa mul’isan babal’achaa dhufuunsaanii namoota baay’ee ni yaaddessa. Kun wanta nama yaaddessuu qabu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Gorsi Macaafa Qulqulluu hojiirra ooluu danda’u tokko kanarraa nu eeguu danda’a. [Efesoon 5: 3, 4 dubbisiif.] Barruun kun balaa suuta suutaan gara badiitti nugeessu kanarraa akkamitti akka of eeguu dandeenyu ibsa.”

MASARAA EEGUMSAA Onk. 15

“Murtoon goonu jireenya keenya gara fulduraarratti dhiibbaa guddaa geessisa. Murtoo miidhaa nurraan ga’u akka hin goone maaltu nugargaaruu danda’a? [Hanga deebii kennutti eegiitii Fakkeenya 3:6 dubbisiif.] Barruun Masaraa Eegumsaa kun murtoo gaarii gochuuf kan nugargaaran qajeelfamawwan Macaafa Qulqulluurratti hundaa’an shan nuuf dhiheessa.”

Oct. 22

“Jarmoota ofirraa ittisuuf wal’aansi baay’een akka nubarbaachisu yaaddee beektaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun sababiinsaanii maal akka ta’eefi of eeguuf maal gochuu akka qabnu ibsa. Akkasumas namni tokkollee yeroon itti hin dhukkubsanne akka dhufu abdii Macaafni Qulqulluun kennu ni dubbata.” Isaayaas 33:24 dubbisiif.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi