LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 12/04 ful. 6
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • Barruulee Raabsuudhaaf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenyaa?
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?
    Tajaajila Mootummaa—2007
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 12/04 ful. 6

Barruulee Raabsuuf Akkam Jennee Jalqabuu Dandeenya?

MASARAA EEGUMSAA Onk. 1

“Hundi keenya yakki, hammeenyiifi waraanni badee arguu hawwina. Jechoonni kun raawwiisaanii ni argatu jettee yaaddaa? [Faarfannaa 37:11 dubbisiifiitii hanga deebii kennutti eegi.] Barruun kun, abdiin kun kaayyoo jalqabaa Waaqayyoo dhala namaatiif kenne wajjin walitti dhufeenya maalii akka qabuufi nuyi hirmaannaa akkamii gochuu akka dandeenyu ibsa.”

Dammaqaa! Onk. 2004

“Abbootiin jireenya ijoolleesaanii keessatti hirmaannaa qabaachuunsaanii hammam barbaachisaa sitti fakkaata? [Hanga deebii kennutti eegi.] Dammaqaan! kun, ijoolleen abbaa malee guddatan lakkoobsisaanii dabalaa adeemuusaa ilaalchisee ibsa kenna. Akkasumas abbootiin jireenya ijoolleesaaniirratti dhiibbaa gaarii geessisuu kan danda’an akkamitti akka ta’e ibsa.” Fakkeenya 13:1 dubbisiif.

MASARAA EEGUMSAA Onk. 15

“Namoonni tokko tokko, qabeenya baay’ee yoo qabaanne jireenya gammachiisaa jiraanna jedhanii yaadu. Yaadni kun sirriidha jettee yaaddaa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Namni baay’ee sooressa ta’e tokko waan inni barreesse siifan dubbisa. [Lallaba 5:​10 dubbisiif.] Barruun kun, Wantoota qabeenya biyya lafaarra caalan ibsa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi