Ittiin Lixa
MAAL SITTI FAKKAATA?
Uumama cufa keessatti kennaa kennuudhaan inni hunda irra caalu eenyu dha?
“Kennaan gaariinii fi kennaan guutuun hundi ol gubbaadhaa, jechuunis Abbaa ifa samii . . . biraa gad buʼa.”—Yaaqoob 1:17.
Masaraan Eegumsaa kun kennaa Waaqayyoo isa hunda irra caalu akka dinqisiifannu nu gargaara.