LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 5/04 ful. 5
  • Qophii Namoota Gargaaruuf Godhame

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qophii Namoota Gargaaruuf Godhame
  • Tajaajila Mootummaa—2004
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Weeb Saayitii Keenya—Nama Afaan Kan Biraa Dubbatu Gargaaruuf Itti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Weeb Saayitii Keenya—Isa Nuunis Taʼe Namoota Kaan Gargaaruuf Qophaaʼe
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • Miidiyaawwan Kutaa 2 Keessatti Argaman
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • “Yeroodhaan Nyaata” Argachaa Jirtaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2004
km 5/04 ful. 5

Qophii Namoota Gargaaruuf Godhame

Kristiyaanonni dhugaa hojii misraachoo babal’isuurratti ni hirmaatu. (Mat. 24:14) Kaayyoo kana galmaan ga’uuf brooshuuroonni, traaktiiwwaniifi barumsiwwan bu’uura ta’an afaan 20n intarneetii www.watchtower.org. jedhamurratti argamu. Weeb saayitiin kun kan qophaa’e, Dhugaa Baatota Yihowaatiif barreeffamawwan tibbanaa tamsaasuuf utuu hin ta’in, wanta Dhugaa Baatonni Yihowaa Macaafa Qulqulluurraa barsiisan ilaalchisee namoonni odeeffannoo sirrii ta’e akka argatan gochuudha.

Dhihoo kanatti, Weeb saayitii keenyarratti wanti barbaachisaa ta’e dabalameera. Brooshuurri “Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu afaan 220 oliin akka galu godhameera. Masaraa Eegumsaafi Dammaqaa! Amajjii 1fi Amajjii 8, 2004 jalqabee afaan hundumaatiin fuula dhumaa barruulee kanarratti teessoon weebii keenyaa ni ba’a.

Meeshaa kanaan gargaaramuu kan dandeessu akkamitti? Nama fedhii qabuufi afaan gara biraa qofa dubbatu argatta ta’a. Intarneetiitti kan fayyadamuu yoo ta’e, teessoo fuula dhumaa Masaraa Eegumsaa ykn Dammaqaarra! jiru itti argisiisuu dandeessa. Karaa kanaan, hamma barreeffamawwan afaan isaatiin maxxanffaman geessituufitti, afaansaatiin brooshuura Waaqayyo Nurraa Maal Barbaadaa? jedhamu akka dubbisuuf isa gargaara. Yookinimmoo, gumii ykn tuuta afaan inni dubbatuun geggeffamuutti dabarsuu ni dandeessa ta’a.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi