LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 9/08 ful. 3
  • Saanduqa Gaaffii

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Saanduqa Gaaffii
  • Tajaajila Mootummaa—2008
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Saanduuqa Gaaffii
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Warra Kan Taatan Ijoollee Keessan Jaalalaan Leenjisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Maatiin Kee Gammachuu Qabaachuu kan Dandaʼu Akkamitti?—Kutaa 2
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Ijoolleen Keessan Yihowaa Akka Jaallatan Barsiisaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
Tajaajila Mootummaa—2008
km 9/08 ful. 3

Saanduqa Gaaffii

◼ Abbaafi haati sa’aatii ijoolleesaanii waliin qayyabsiisan gabaasuu danda’uu?

Adda durummaadhaan, “adabaa fi barsiisa gooftaatiin” ijoollee guddisuu kan qaban abbootii yoo ta’aniyyuu, haadhotiinis ijoolleesaanii barsiisuurratti ni hirmaatu. (Efe. 6:4) Macaafni Qulqulluun, “gorsa abbaa keetii dhaga’i, barsiisa haadha keetiis hin tuffatin” jechuudhaan ijoollee gorsa. (Fak. 1:8) Karaa warri ijoolleesaanii itti leenjisan keessaa inni tokko, qayyabannaa Macaafa Qulqulluu geggeessuudha.

Kanaan dura, abbaafi haati qayyabannicharratti kan hirmaatan yoo ta’eyyuu, sa’aatii qayyabannicharratti dabarfame kan qabatu isa qayyabannaa geggeessu qofa ture. Amma garuu sirreeffamni godhameera. Abbaafi haati ijoolleesaanii kan waliin qayyabsiisan yoo ta’e, lamaanuu torbanitti hamma sa’aatii tokkoo qabachuu danda’u. Warri ijoolleesaanii barsiisuuf torbanitti sa’aatii tokko caalaa akka dabarsan beekamaadha. Abbaafi haati ijoolleesaanii leenjisuuf carraaqqii walirraa hin cinne godhu. (Kes. 6:6-9) Haata’u malee, gabaasni tajaajilaa ji’a ji’aan deebifamu harki caalaansaa, sa’aatii tajaajilarratti darbe kan argisiisu ta’uu qaba. Kanaafuu, torbanitti sa’aatii tokko caalaa yoo qayyabsiisan, al tokkoo ol yoo geggeessan ykn ijoollee tokkoo ol yoo qayyabsiisaniyyuu, torbanitti sa’aatii tokko caalaa gabaasa gochuun hin danda’amu. Ji’atti qayyabannaa Macaafa Qulqulluu tokkoofi torbanitti deddeebii gaaffii tokko gabaasa gochuu kan qabu abbaa ykn haadha qofadha.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi