LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • km 4/14 ful. 8
  • Akkaataa Dhiheenyaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkaataa Dhiheenyaa
  • Tajaajila Mootummaa—2014
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Akkaataa Dhiheenyaa
    Tajaajila Mootummaa—2014
Dabalataan Ilaaluuf
Tajaajila Mootummaa—2014
km 4/14 ful. 8

Akkaataa Dhiheenyaa

Jiʼa Jiʼaan, Sanbadduraa Isa Jalqabaatti Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru

“Namoonni hedduun yeroo Yesus itti deebiʼu eeggachaa jiru. Yesus yeroo deebiʼu maal akka godhu barbaadda?” Hanga deebii kennutti eegi. Barruu Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa kenniifiitii mataduree fuula dhumaarra jiru itti argisiisi; achiis yaada mataduree xiqqaa jalqabaa jala jiru erga waliin ilaaltanii booda, yoo xinnaate caqasa tokko waliin dubbisaa. Masaraa Eegumsaa sana kenniifiitii gaaffii ittaanurratti mariʼachuuf beellama qabadhu.

Masaraa Eegumsaa Amajjii-Bitootessa

“Akka ilaalcha keetti sobni waaʼee Waaqayyoo dubbatamu inni guddaan isa kami? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun, Waaqayyo namoonni akka isa jaallataniifi akka isatti amanaman akka barbaadu dubbata. [Isaayaas 41:13 dubbisiif.] Barruun kun soba waaʼee Waaqayyoo yeroo baayʼee dubbatamuufi namoonni tokko tokko akka isarraa fagaatan godhe sadii saaxila.”

Dammaqaa! Amajjii-Bitootessa

“Ilaalcha dhimma kanarratti qabdu utuun beekee natti tola. Qabeenya hedduu utuu hin qabaatin gammachuudhaan jiraachuun kan dandaʼamu sitti fakkaataa? [Hanga deebii kennutti eegi.] Macaafni Qulqulluun maal akka jedhu hubadhu. [1 Ximotewos 6:8 dubbisiif.] Barruun kun, qabeenyaaf ilaalcha sirrii akka qabaannu nu jajjabeessa; akkasumas wantoota barbaachisaa qarshiin bituu hin dandeenye sadii caqasa.”

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi