LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 7
  • ‘Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhiphina Dandamachuun kan Dandaʼamu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • “Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Baʼaa Kee Yihowaa Irratti Gatii Dhiisi
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yaaddoo Keessan Hundumaa Isa Irratti Gataa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 7

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 52-59

‘Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi’

Daawit qorumsawwan ulfaatoo taʼan hedduun isa irra gaʼanii turan. Yommuu Faarfannaa 55 barreessu wantoonni armaan gadii isa irra gaʼanii turan:

  • Goliyaadii fi gargaartuu isaa

    Arrabsoo

  • Daawit eeboo jalaa yommuu miliqu

    Ariʼatama

  • Daawiti qalbiin isaa yommuu isa ceephaʼu

    Akka Malee Of Ceephaʼuu

  • Baat-Sheebaan yommuu gadditu

    Rakkina Maatii

  • Daawit dhukkubsatee yommuu ciisu

    Dhukkuba

  • Daawit yommuu ganamu

    Ganamuu

Daawit rakkoowwan isaa humnaa ol yeroo fakkaatanitti illee, karaa itti isaan damdamatu argateera. Namoota akkuma isaa isaanitti dhagaʼamuuf hafuuraan geggeeffamee gorsa, ‘Wanta yaada sitti taʼu Yihowaatti gatii dhiisi’ jedhu kenneera.

Yeroo harʼaatti caqasa kana hojii irra oolchuu kan dandeenyu akkamitti?

55:22

Daawit yommuu kadhatu
  1. Yommuu rakkinni si mudatu, akkasumas yaaddoon ykn dhiphinni yommuu sitti dhagaʼamu garaadhaa Yihowaatti kadhannaa dhiheessi

  2. Dubbii Yihowaa fi jaarmiyaa isaa irraa qajeelfamaa fi gargaarsa argachuuf yaali

  3. Dhugaawwan buʼuuraa Kitaaba Qulqulluu wajjin haala wal simuun, rakkina sanaaf furmaata kennuuf wanta siif dandaʼame hunda godhi

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi