LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Waxabajjii ful. 6
  • “Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Wanta Yaada Sitti Taʼu Yihowaatti Gatii Dhiisi’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Yihowaan Warra Isatti Amanaman Ni Gargaara
    Tajaajila Mootummaa—2004
  • Karaa Hundumaan Qajeelfama Waaqayyoo Barbaadaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Guutummaatti Yihowaatti Amanamuun Tasgabbii Nuuf Argamsiisa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2011
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Waxabajjii ful. 6

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

“Waaqayyo Gargaaraa Koo Ti”

Faarfannaan 52-59 wantoota Daawit yeroo rakkoo hedduun isa mudatetti dubbate ibsa. Taʼus yeroo rakkisaa sanatti Yihowaatti amanameera. (Far 54:4; 55:22) Kana malees, Dubbii Isaatiif Yihowaa jajateera. (Far 56:10) Waaqayyo irratti amantii fi amanannaa akka Daawit qabaachuuf carraaqaa jirraa? Yommuu rakkinni nu mudatu Dubbii isaa irraa qajeelfama argachuuf carraaqqii goonaa? (Far 2:6) Yommuu rakkoowwan armaan gadii si mudatanitti caqasawwan Kitaaba Qulqulluu kamfaatu si gargaare?

  • Yommuu abdii kutatetti ykn dhiphatetti?

  • Yommuu dhukkubsattetti?

  • Yommuu namoonni si gaddisiisanitti?

  • Yommuu ariʼatamni si irra gaʼetti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi