LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 56
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Kadhannaa yeroo ariʼatamaatti dhihaate

        • “Waaqayyotti nan amanama” (4)

        • “Imimmaan koo qalqalloo kee keessatti walitti qabi” (8)

        • “Namni maal na gochuu dandaʼa?” (4, 11)

Faarfannaa 56:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 21:10

Faarfannaa 56:1

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “wanta nama miidhu natti dubbachaa.”

Faarfannaa 56:3

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 21:12
  • +Fr 18:2

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 2, 7

Faarfannaa 56:4

Miiljaleewwan

  • *

    Kal., “Foon.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1; 56:10, 11; Rom 8:31; Ibr 13:6

Faarfannaa 56:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 18:18

Faarfannaa 56:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 59:3; 71:10
  • +Luq 20:20

Faarfannaa 56:7

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 18:23

Faarfannaa 56:8

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 27:1
  • +Fr 39:12
  • +Mil 3:16

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Yihowaatti Dhihaadhu, ful. 292

Faarfannaa 56:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 18:40
  • +Rom 8:31

Ittiin Baafata

  • Barreeffama Qorannaa

    Masaraa Eegumsaa (Maxxansa Qayyabannaa),

    1/2024, ful. 6

Faarfannaa 56:11

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 27:1
  • +Fr 56:4; Isa 51:7, 12

Faarfannaa 56:12

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Lak 30:2; Lal 5:4
  • +Fr 50:23

Faarfannaa 56:13

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “lubbuu koo.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Iyo 33:29, 30
  • +2Qo 1:10
  • +Fr 94:18; 116:8

Yaada Wal Simu

Far. 56:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 21:10
Far. 56:31Sa 21:12
Far. 56:3Fr 18:2
Far. 56:4Fr 27:1; 56:10, 11; Rom 8:31; Ibr 13:6
Far. 56:5Er 18:18
Far. 56:6Fr 59:3; 71:10
Far. 56:6Luq 20:20
Far. 56:7Er 18:23
Far. 56:81Sa 27:1
Far. 56:8Fr 39:12
Far. 56:8Mil 3:16
Far. 56:9Fr 18:40
Far. 56:9Rom 8:31
Far. 56:11Fr 27:1
Far. 56:11Fr 56:4; Isa 51:7, 12
Far. 56:12Lak 30:2; Lal 5:4
Far. 56:12Fr 50:23
Far. 56:13Iyo 33:29, 30
Far. 56:132Qo 1:10
Far. 56:13Fr 94:18; 116:8
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
  • 10
  • 11
  • 12
  • 13
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 56:1-13

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif; “Gugee Callistu Ishii Fagoo Jirtuun.” Faarfannaa Daawit. Miktaam.* Yeroo Filisxeemonni Gaatitti+ isa qabanitti.

56 Yaa Waaqayyo, namni duʼu na haleelaa* waan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi.

Isaan guyyaa guutuu na waraanaa fi na cunqursaa oolu.

 2 Diinonni koo guyyaa guutuu wanta nama miidhu natti dubbatu;

Namoonni hedduunis of tuulummaadhaan naan lolu.

 3 Yommuun sodaadhu,+ sitti nan amanama.+

 4 Waaqa isan dubbii isaa jajadhutti,

Eeyyee, Waaqayyotti nan amanama; ani hin sodaadhu.

Namni* maal na gochuu dandaʼa?+

 5 Isaan guyyaa guutuu miidhaa na irraan geessisu;

Isaan na hubuu qofa yaadu.+

 6 Na haleeluuf ni dhokatu;

Lubbuu koo balleessuu barbaadaniis,+

Tarkaanfii koo hundumaa hordofu.+

 7 Hammina isaaniitiin kan kaʼe isaan mormi.

Yaa Waaqayyo, dheekkamsa keetiin saboota gad buusi.+

 8 Ati joora koo ni hordofta.+

Imimmaan koo qalqalloo kee keessatti walitti qabi.+

Inni kitaaba kee keessatti galmeeffameera mitii?+

 9 Guyyaan gargaarsa argachuuf iyyadhetti diinonni koo duubatti deebiʼu.+

Ani Waaqayyo na cinaa akka jiru mirkanaaʼaa dha.+

10 Waaqa isan dubbii isaa jajadhutti,

Yihowaa isan dubbii isaa jajadhutti,

11 Eeyyee, Waaqayyotti nan amanama; ani hin sodaadhu.+

Namni maal na gochuu dandaʼa?+

12 Yaa Waaqayyo, wareegan siif wareege raawwachuuf dirqamni na irra jira;+

Galatas aarsaa godhee siif nan dhiheessa.+

13 Ifa warra jiraatoo keessa Waaqayyo dura akkan deemuuf,+

Duʼa irraa na* oolchiteetta,+

Miila koos gufachuu irraa eegdeetta.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi