LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 52
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

Qabiyyee Faarfannaa

      • Jaalala Waaqaa isa amanamaa taʼetti amanamuu

        • Akeekkachiisa warra hamminaan of jajaniif kenname (1-5)

        • Warri Waaqa hin beekne qabeenyatti amanamu (7)

Faarfannaa 52:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru

Miiljaleewwan

  • *

    Ibsa Jechootaa ilaali.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 22:9

Faarfannaa 52:1

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +1Sa 21:7; Fr 94:3, 4
  • +Fr 103:17

Faarfannaa 52:2

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 57:4; 59:7
  • +1Sa 22:9, 18; Fr 109:2

Faarfannaa 52:5

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fak 12:19; 19:9
  • +Fr 37:9
  • +Fak 2:22

Faarfannaa 52:6

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 37:34
  • +Fr 58:10

Faarfannaa 52:7

Miiljaleewwan

  • *

    Ykn., “dahoo.”

  • *

    Kal., “Rakkoowwan ofii isaattis.”

  • *

    Ykn., “isa hamaas gaaddisa godhateera.”

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Er 17:5
  • +Fr 49:6, 7; Fak 11:28

Faarfannaa 52:8

Miiljaleewwan

  • *

    Akaakuun muka ejersaa Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame firii ejersaa zayitiin irraa argamu kan godhatu dha.

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 13:5; 147:11

Faarfannaa 52:9

Caqasoota Wal Fakkaatan

  • +Fr 50:15
  • +Fr 27:14; 123:2; Fak 18:10

Yaada Wal Simu

Far. 52:ibsa jalqaba boqonnaarra jiru1Sa 22:9
Far. 52:11Sa 21:7; Fr 94:3, 4
Far. 52:1Fr 103:17
Far. 52:2Fr 57:4; 59:7
Far. 52:21Sa 22:9, 18; Fr 109:2
Far. 52:5Fak 12:19; 19:9
Far. 52:5Fr 37:9
Far. 52:5Fak 2:22
Far. 52:6Fr 37:34
Far. 52:6Fr 58:10
Far. 52:7Er 17:5
Far. 52:7Fr 49:6, 7; Fak 11:28
Far. 52:8Fr 13:5; 147:11
Far. 52:9Fr 50:15
Far. 52:9Fr 27:14; 123:2; Fak 18:10
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • 1
  • 2
  • 3
  • 4
  • 5
  • 6
  • 7
  • 8
  • 9
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Faarfannaa 52:1-9

Faarfannaa

Geggeessaa muuziqaatiif. Maaskiil.* Faarfannaa Daawit yommuu Doʼeeg Edoomtichi Daawit gara mana Ahimelek akka dhaqe Saaʼolitti himetti+ faarfate.

52 Ati inni jabaan, gochawwan hamminaa keetti maaliif of jajja?+

Jaalalli Waaqayyoo inni amanamaan guyyaa guutuu itti fufa.+

 2 Arrabni kee akka haadduu kan qarame dha,+

Hammina ni qopheessa, gowwoomsaas ni raawwata.+

 3 Wanta gaarii caalaa wanta hamaa,

Wanta sirrii dubbachuu caalaas sobuu jaallatta. (Seelaa)

 4 Yaa arraba gowwoomsituu taate nana,

Ati dubbii nama miidhu hundumaa ni jaallatta!

 5 Waaqayyo siʼa tokkicha yeroo hundumaatiif kan si balleessu kanaafi;+

Inni butee dunkaana kee keessaa si baasa;+

Biyya namoota jiraatoo keessaas si buqqisa.+ (Seelaa)

 6 Qajeelonni kana arganii ni sodaatu,+

Isattis ni kolfu.+

 7 “Ilaa, nama Waaqayyoon iddoo kooluu itti galu* hin godhanne,+

Inni qabeenya isaa isa guddaatti amanameera,+

Karoora isaa isa hamaattis* hirkateera.”*

 8 Ani garuu mana Waaqayyoo keessatti akka muka ejersaa* lalisaa nan taʼa;

Baraa hamma bara baraatti jaalala amanamaa isa kan Waaqayyootti nan amanama.+

 9 Ati tarkaanfii waan fudhatteef, ani bara baraaf sin jajadha;+

Kun gaarii waan taʼeef, warra siif amanamoo taʼan duratti

Maqaa kee nan abdadha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi