LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Fulbaana ful. 6
  • “Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee kan Jajamuu Dha!”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee kan Jajamuu Dha!”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yihowaan Guddisee Kan Jajamuu Dha Ayyaanni Irbaata Gooftaa Ebla 16 Kabajama
    Tajaajila Mootummaa—2003
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Fulbaana ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | FAARFANNAA 142-150

“Waaqayyo Guddaa dha, Guddisee kan Jajamuu Dha!”

145:1-5

Samii urjiileedhaan guutame

Daawit guddinni Yihowaa daangaa akka hin qabne hubachuun isaa, bara baraaf Isa jajachuuf isa kakaaseera

145:10-12

Akkuma Daawit tajaajiltoonni Yihowaa amanamoo taʼanis, guyyaa guyyaadhaan namootaa wajjin yommuu haasaʼan waaʼee gochawwan isaa dinqisiisoo taʼanii ni dubbatu

Maatii bara duriitti turee fi samii urjiileedhaan guutame ilaalaa jiru

145:14

Nama qaama gargaarsa isaaf godhu hiixatee qabaa jiru

Daawit, Yihowaan tajaajiltoota isaa hunda kunuunsuuf fedhiis taʼe dandeettii akka qabu mirkanaaʼaa ture

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi