LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 2
  • ‘Abbaan Manaa Ishii Yaa’ii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Abbaan Manaa Ishii Yaa’ii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Haadha Manaa Mana Ishii Qabuu Dandeessuu ni Ibsa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Waan Waaqayyo Walitti Qabsiise Gargar Hin Baasinaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2007
  • Maatiin Kee Gammachuu Qabachuu ni Dandaʼa
    Kitaabni Qulqulluun Maal Nu Barsiisa?
  • “Mataan Dubartii Dhiira”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

‘Abbaan Manaa Ishii Yaa’ii Karra Mandaraa Keessatti Ulfina Qaba’

Haati manaa mana ishii qabuu dandeessu abbaa manaa ishiitiif ulfina argamsiisti. Bara Lemuʼel Mootichaatti abbaan manaa haadha manaa mana ishii qabuu dandeessu qabu ‘yaaʼii karra mandaraa keessatti ulfina qaba’ ture. (Fak 31:23) Yeroo ammaatti immoo dhiironni kabajamoon jaarsolii fi tajaajiltoota gumii taʼanii tajaajilu. Gaaʼela kan qaban yoo taʼan, tajaajilli isaanii harka caalaa amala gaarii fi deggersa haadhotii manaa isaanii irratti kan hundaaʼe dha. (1Xi 3:4, 11) Haadhotiin manaa mana isaanii qabuu dandaʼan abbootii manaa isaaniitiin qofa utuu hin taʼin gumii isaaniitiinis galateeffatamuu qabu.

Haadha manaa gaarummaadhaan abbaa manaa ishiitti dubbachaa, inni hojjii gumii yeroo hojjetu ijoollee kunuunsaa fi wanta nyaataaf oolu bitaa jirtu

Haati manaa mana ishii qabuu dandeessu haala armaan gadiitiin abbaa manaa ishii deggerti:

  • Jecha gaarummaa argisiisuun isa jajjabeessiti.—Fak 31:26

  • Gumii akka tajaajilu ni heyyamti.—1Ta 2:7, 8

  • Wanta qabdutti gammaddee jiraatti.—1Xi 6:8

  • Iccitii gumii isa hin gaafattu.—1Xi 2:11, 12; 1Ph 4:15

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi