LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Sadaasa ful. 4
  • Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wanta Itti Dadhabdetti Gammadi
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Hojii Keetti Gammadi
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • Hojii
    Dammaqaa!—2015
  • 11 Jabaatanii Hojjechuu
    Dammaqaa!—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Sadaasa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LALLABA 1-6

Wanta Itti Dadhabdanitti Gammadaa

Yihowaan hojii keenyatti akka gammannu barbaada; akkamitti akkas gochuu akka dandeenyus nu barsiisa. Namni tokko hojiidhaaf ilaalcha sirrii yoo qabaate itti gammaduu ni dandaʼa.

Hojii kee irraa gammachuu argachuuf . . .

3:13; 4:6

  • Nama hojii isaatti gammadee hojjechaa jiru

    ilaalcha sirrii qabaadhu

  • Nama hojiin isaa warra kaan akkamitti akka gargaaru yaadaa jiru

    hojiin kee warra kaan kan gargaaru akkamitti akka taʼe yaadi

  • Nama maatii isaa wajjin nyaata nyaachaa jiru

    ciminaan hojjedhu; hojiidhaa yommuu baatu immoo maatii kee fi waaqeffannaa keetiif xiyyeeffannaa kenni

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi