LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb16 Muddee ful. 6
  • Barumsi Waaqayyoo Halaalatti Nama Jibbuu ni Injifata

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Barumsi Waaqayyoo Halaalatti Nama Jibbuu ni Injifata
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Rakkina Addunyaa Maraa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Halaalatti Nama Jibbuun Kan Hafu Yoomi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Jibba Halaalaa—Si Qabeeraa?
    Dammaqaa!—2020
  • Akkuma Yihowaa fi Yesuus Tokkummaa Qaban, Hundi Keenya Tokkummaa haa Qabaannu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
mwb16 Muddee ful. 6

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Barumsi Waaqayyoo Halaalatti Nama Jibbuu ni Injifata

Yihowaan namoota wal hin caalchisu. (HoE 10:34, 35) Namoota “saba hundumaa keessaa, gosa hundumaa keessaa, nama hundumaa keessaa fi qooqa hundumaa keessaa dhufan” ni simata. (Mul 7:9) Kanaaf, gumii Kiristiyaanaa keessatti nama wal caalchisuu fi loogiin iddoo hin qabu. (Yaq 2:1-4) Barumsa Waaqayyo irraa argannuun kan kaʼe, kutaa jannata hafuuraa amalli namootaa itti jijjiiramuu taʼuu dandeenyeerra. (Isa 11:6-9) Garaa keenya keessaa loogii kam iyyuu buqqisnee gatuuf carraaqqii guddaa gochuudhaan, fakkeenya Waaqayyoo hordofaa akka jirru mirkaneessina.—Efe 5:1, 2.

Joonii fi Giidewon Galma Mootummaa keessatti ijoollee yommuu simatan

VIIDIYOO JOONII FI GIIDEWON: YEROO TOKKO DIINA TURAN, AMMA GARUU OBBOLAA WALIIF TAʼANIIRU JEDHU ILAALAA. ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISAA:

  • Barumsi Waaqayyoo carraaqqii namoonni wal qoqqoodiinsaa fi halaalatti nama jibbuu balleessuu irratti godhan irra ni caala kan jennu maaliifi?

  • Waldaa obbolummaa biyyoolessaa keenya ilaalchisee wanti si dinqisiisu maali dha?

  • Tokkummaa Kiristiyaanaa keenya yommuu eegnu Yihowaan ulfina kan argatu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi