LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 2
  • Yihowaan Saba Isaa ni Kunuunsa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Saba Isaa ni Kunuunsa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yeroo Qoʼattu Wantoota Haaraa Barachuuf Yaali
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2024
  • Wantoota Yeroo Dhihootti Akka Raawwataman Raajiin Dubbataman
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2009
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 24-28

Yihowaan Saba Isaa ni Kunuunsa

Yihowaan akkuma keessummeessaa arjaa taʼee nyaata hafuuraa baayʼinaan nuu qopheessa.

Namoota bara duriitti nyaata waliin nyaachaa jiran

‘Waaqayyo gooftaan maccaa, saba hundumaaf cidha nyaataa fi dhugaatii in qopheessa’

25:6

  • Bara duriitti, namoonni nyaata waliin nyaachuun isaanii, nagaa fi michummaa giddu isaanii jiru kan argisiisu ture

“Cidha nyaata coomaa fi daadhii waynii isa gaarii in qopheessaaf”

  • Nyaanni gaariinii fi daadhii wayiniin gaarii taʼe, nyaata hafuuraa isa hunda irra caaluu fi Yihowaan nuuf dhiheessu kan argisiisu dha

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi