LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Amajjii ful. 6
  • Yihowaan Warra Dadhabaniif Humna ni Kenna

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yihowaan Warra Dadhabaniif Humna ni Kenna
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Isaayyaas 40:31—“Warri Yihowaa abdatan garuu, humni isaanii ni haareffama”
    Caqasoota Kitaaba Qulqulluu Ibsi Irratti Kenname
  • Simbirroota Samii Irraa Maal Baranna?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Sabaa)—2016
  • Gaaffii Dubbistootaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Amajjii ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ISAAYAAS 38-42

Yihowaan Warra Dadhabaniif Humna ni Kenna

40:29-31

  • Joobirri qilleensa hoʼaa teermaal jedhamutti fayyadamuudhaan asii ol saʼaatii dheeraadhaaf qilleensa irra turuu dandaʼa. Sarara teermaal jedhamu kana takkaa erga argatee booda, qilleensi hoʼaan sun ol isa dhiibuudhaan caalaatti ol isa kaasa. Haala kanaan ol kaʼiinsa tokko irra yommuu gaʼu, sarara teermaalii isa kaanitti ceeʼuudhaan humna hedduu utuu hin balleessin saʼaatii dheeraadhaaf balaliʼaa turuu dandaʼa

  • Joobirri utuu hin rakkatin balaliʼuu dandaʼuun isaa, humna Waaqayyo nuuf kennuun waaqeffannaa isaa raawwachuu akka dandeenyu akka gaariitti kan argisiisu dha

Joobira gargaarsa termaaliitiin qilleensa keessa turuu dandaʼe
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi