LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 8
  • Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Hundumti Keenya Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu Irratti Hirmaachuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Kun Iddoo Waaqeffannaa Keenyaa Ti
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2015
  • Qophii Iddoowwan Waaqeffannaatiif Godhame
    Fedha Yihowaa Raawwachuuf Gurmaaʼuu
  • Galmawwan Walgaʼii Keenya Suphuu
    Buusiin Gootan Faayidaa Irra Oolaa Kan Jiru Akkamitti?
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu

Karaawwan Galma Mootummaa kunuunsuu irratti hirmaachuun itti dandaʼamu: halluu dibuu, afata afuu, elektiriikii hojjechuu fi buusii qarshii gochuu

Galmawwan Mootummaa keenya bakkawwan waaqeffannaa fi Yihowaadhaaf kan murteeffaman waan taʼaniif akkasumaan gamoo qofa akka taʼanitti ilaalamuu hin qaban. Galma Mootummaa kunuunsuu irratti hundi keenya hirmaachuu kan dandeenyu akkamitti? Viidiyoo Bakkawwan Waaqeffannaa Keenyaaf Kunuunsa Gochuu jedhamu erga ilaaltanii booda gaaffiiwwan armaan gadii irratti mariʼadhaa.

  1. Galmawwan Mootummaa kaayyoo maaliitiif tajaajilu?

  2. Galma Mootummaa qulqullinaan qabuu fi akka gaariitti suphuu kan qabnu maaliifi?

  3. Galma Mootummaa kan suphu eenyu dha?

  4. Balaan akka hin geenye gochuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi? Kana ilaalchisee viidiyicha irratti fakkeenya akkamii argite?

  5. Buusii gochuudhaan Yihowaa kabajuu kan dandeenyu akkamitti?

AKKANA GOCHUUDHAAN GUMAACHA MATAA KOO GOCHUUN BARBAADA:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi