LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Caamsaa ful. 6
  • ‘Ati Ofii Keetiif Wanta Guddaa Akkasii hin Fedhin!’

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • ‘Ati Ofii Keetiif Wanta Guddaa Akkasii hin Fedhin!’
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Dhumni Dhufuu Isaa Dura Michummaa Cimaa Uumuuf Carraaqqii Godhaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2019
  • “Ani Si Oolchuudhaaf Sii Wajjinan Jira”
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Yihowaan Faayidaa Keenyaaf Jecha Nu Ilaala
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Caamsaa ful. 6

TAJAAJILAAF OF QOPHEESSI | ERMIYAAS 44-48

‘Ati Ofii Keetiif Wanta Guddaa Akkasii hin Fedhin!’

45:2-5

Baaruk nama akka gaariitti baratee fi abbaa taayitaa mana mootummaa taʼuu hin oolu. Yihowaa kan waaqeffatuu fi Ermiyaasiin amanamummaadhaan deggeraa kan ture taʼus, yeroo taʼe tokkotti garuu madaallii isaa dhabee ture. Tarii mana mootummaa keessatti aboo dabalataa ykn qabeenya dabalataa argachuu waan barbaadeef taʼuu hin ooluu, ofii isaatiif “wanta guddaa” barbaaduu jalqabee ture. Badiisa Yerusaalem irratti dhufaa jiru jalaa ooluuf ilaalcha isaa irratti jijjiirama gochuun isa barbaachisa ture.

Baaruk barreessaa Ermiyaas taʼee yommuu tajaajilu, qabeenyaa fi beekamummaa guddaa argachuuf hawwee ture
Duraa duuba yeroo, yommuu Ermiyaas raajii dubbachuu itti jalqabe, yommuu Baaruk isa gargaaruu jalqabee fi Yerusaalem itti kuftu ibsu
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi