BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 18-20
Yihowaan Dhiifama Yommuu Godhu ni Irraanfata Jechuu Dhaa?
Yihowaan cubbuu keenya yommuu nuuf dhiisu, sababbii cubbuu sanaatiin lammata nu hin adabu.
Fakkeenyonni Kitaaba Qulqulluu armaan gadii araara Yihowaa irratti amantii akka qabaannu nu gargaaru.
Daawit Mooticha
Cubbuun inni raawwate maali dha?
Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?
Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?
Minaasee Mooticha
Cubbuun inni raawwate maali dha?
Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?
Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?
Pheexiros Ergamaa
Cubbuun inni raawwate maali dha?
Wanti dhiifama gochuuf bʼuura taʼe maali dha?
Yihowaan dhiifama akka godhe kan argisiise akkamitti?