LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Hagayya ful. 5
  • Itti Gaafatamummaa Ulfaataa Eegduun Tokko Qabu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Itti Gaafatamummaa Ulfaataa Eegduun Tokko Qabu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Waardiyyaa Godhee Si Muudeera”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • Yihowaan Tajaajila Keenya Akka Raawwannu Nu Gargaara
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2022
  • Hisqiʼel Ergaa Waaqayyoo Gammachuudhaan Labseera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • “Dhumni Si Irratti Dhufeera”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Hagayya ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 32-34

Itti Gaafatamummaa Ulfaataa Eegduun Tokko Qabu

Eegdonni bara durii, yeroo baayʼee haalli balaa geessisu dhufaa akka jiru akeekkachiisuuf masaraa magaalattii irra dhaabatu turan. Yihowaan haala kanaa wajjin wal fakkaatuun, Hisqiʼeliin “mana Israaʼeliif eegduu” godhee muudee ture.

Eegduu masaraa magaalaa tokko irra dhaabatee jiru
  • Eegduu akeekkachiisaa kennaa jiru

    33:7

    Hisqiʼel, Israaʼeloonni gocha isaanii isa jalʼaa irraa hin deebiʼan taanaan, badiisni akka isaan irra gaʼu isaan akeekkachiisee ture

    Nuti hoo yeroo harʼaatti ergaa Yihowaa isa kam labsaa jirra?

  • Eegduun tokko utuu akeekkachiisa hin kennin waan hafeef loltoonni yommuu weeraran

    33:9, 14-16

    Hisqiʼel lubbuu isaas taʼe kan warra kaanii, badiisa irraa oolchuu yoo barbaade akeekkachiisa kenname labsuu qaba ture

    Ergaa ariifachiisaa Yihowaan hadaraadhaan nutti kennee labsuuf maaltu nu kakaasuu qaba?

Torban kana namoota armaan gadiitiif lallabuun yaala:

  • barataa anaa wajjin baratuuf

  • nama anaa wajjin hojjetuuf

  • miseensa maatii kootiif

  • kan biraa:

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi