LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb17 Fulbaana ful. 4
  • Eebba Israaʼeloonni Biyya Isaaniitti Deebiʼan Argatan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Eebba Israaʼeloonni Biyya Isaaniitti Deebiʼan Argatan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ‘Biyyattii Dhaala Godhaa Hihiraa’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Seerri Mana Qulqullummaa Kana Dha”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • ‘Waaʼee Mana Qulqullummaa Ibsi’
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
  • “Maqaan Magaalaa Sanaa Yihowaan Achi Jira kan Jedhu ni Taʼa”
    Yihowaan Waaqeffannaa Qulqulluu Deebisee Hundeesse!
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
mwb17 Fulbaana ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HISQI’EL 46-48

Eebba Israaʼeloonni Biyya Isaaniitti Deebiʼan Argatan

Mana qulqullummaa ilaalchisee mulʼanni Hisqiʼel arge Israaʼeloota boojiʼamanii turan jajjabeesseera; raajiin Israaʼelonni gara biyya isaaniitti akka deebiʼan dursee dubbatame akka raawwatamus isaaniif mirkaneesseera. Waaqeffannaa qulqulluun, jireenya namoota Yihowaan eebbisee keessatti bakka guddaa qabaata.

Israaʼeloonni deebiʼan lafa midhaan baasutti yommuu fayyadaman

Mulʼatichi gurmaaʼinni, waltaʼiinsii fi nageenyi akka jiraatu abdii kenna

47:7-14

  • Biyyattiin lalistuu fi firii kan godhattu taati

  • Maatiiwwan hundi dhaala mataa isaanii qabaatu

Lafichi sabichaaf hiramuu isaa dura, lafti Yihowaadhaaf “kennaa” addaa taʼu ‘addaa baafameera’

48:9, 10

Waaqeffannaa Yihowaatiif dursa akkan kennu argisiisuu kanan dandaʼu akkamitti? (w06 5/1 11-12 key. 13-14)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi