BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | ZAKAARIYAAS 9-14
“Dachaa Tulloota” Gidduutti Argamu Keessa Jiraadhaa
Yihowaan bara 1914 yeroo Mootummaa Masihiichaa isa ol aantummaa inni uumama cufa irratti qabu irratti “tulluu” dabalataa taʼe hundeessetti ‘dachaa guddaa’ qopheesseera. Bara 1919 kaasee, tajaajiltoonni Waaqayyoo “dachaa tulloota” kanaa keessatti eegumsa argachaa jiru.
Namoonni eegumsa argachuuf ‘gara dachaa kanaatti baqachaa’ kan jiran akkamitti?
Namni dachaa fakkeenyaan ibsame kana ala jiru hundi Armaagedoonitti ni balleeffama
Dachaa eegumsaa kana keessa jiraachuu kanan dandaʼu akkamitti?