LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Amajjii ful. 1
  • Maree Fakkeenya Taʼu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Taʼu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Xixiqqaa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • ●○○ DHUGAA BAʼUU
  • ○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA
  • ○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA
  • Maree Fakkeenya Taʼutti Fayyadamuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Amajjii ful. 1
Laayibeeriyaa keessatti naannoo Monorooviyaatti tiraaktiin yommuu kennamu

Laayibeeriyaa keessatti naannoo Monorooviyaatti lallabuu

Maree Fakkeenya Taʼu

●○○ DHUGAA BAʼUU

Gaaffii: Kitaabni Qulqulluun bara keenyaaf ni hojjetaa?

Caqasa: 2Xi 3:16

Yeroo Itti Aanuuf: Ergaan Kitaaba Qulqulluu maali dha?

○●○ DEDDEEBII GAAFFII JALQABAA

Gaaffii: Ergaan Kitaaba Qulqulluu maali dha?

Caqasa: Mat 6:10

Yeroo Itti Aanuuf: Mootummaan Waaqayyoo maal raawwata?

○○● DEDDEEBII GAAFFII LAMMAFFAA

Gaaffii: Mootummaan Waaqayyoo maal raawwata?

Caqasa: Dan 2:44

Yeroo Itti Aanuuf: Mootummaan Waaqayyoo lafa irratti jijjiiramoota akkamii fida?

Jiʼa kanaa eegalee walgaʼiin torban gidduutti godhamu ittiin lixa gara garaa sadii qabaachuun isaa ni hafa. Kanaa mannaa, Barreeffamni Qoʼannaa Walgaʼii gaaffii jalqaba irratti gaafannu, caqasaa fi yaada deddeebii gaaffii gochuuf gargaaru qabaata. Torban tokko keessatti kan ilaalamu viidiyoo maree yommuu godhamu argisiisu tokko qofa taʼa. Babalʼistoonni hundi yommuu lallabanis taʼe deddeebii gaaffii yommuu godhan, barreeffama qoʼannaa ittiin geggeessinu keessaa kan barbaadan filachuu ni dandaʼu; kana malees barreeffamni qoʼannaa yaada deddeebii gaaffii sana booda goonu lama walitti aansee qabateera. Qophiin haaraan kun galma keenya, jechuunis namoota “jireenya bara baraa argachuuf kakaʼumsa sirrii qaban [hunda]” barsiisuu irratti akka xiyyeeffannu nu gargaara.—HoE. 13:48.

Kutaa Barattootaa: Qajeelfamni kan biraan yoo kenname malee, barattoonni yaadawwan mareedhaaf kennaman irratti argamanitti fayyadamanii kutaa isaanii dhiheessuu qabu.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi