LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb22 Adoolessa ful. 16
  • Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maree Fakkeenya Taʼutti Fayyadamuu kan Dandeenyu Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Maree Fakkeenya Taʼu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Tiraaktiitti Fayyadamtanii Marii Jalqabuu kan Dandeessan Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Ittiin Lixa Barruu Mataa Kee Qopheeffadhu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
mwb22 Adoolessa ful. 16
Suuraawwan garaa garaa: 1. Obboleettiin tokkoo fi abbaan manaa ishii birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu fayyadamanii dubartii tokko mana ishiitti yommuu mariisisan. 2. Obboleettiidhumti kun birooshura “Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!” jedhamu fayyadamtee walga’ii torban gidduu irratti hojiin argisiisa yommuu dhiheessitu.

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Maree Fakkeenya Ta’utti Fayyadamuu kan Qabnu Akkamitti?

Maree fakkeenya ta’u qopheessuuf obboloonni carraaqqii cimaa godhu, babal’istoonni hedduunis naannoo tajaajilaa isaanitti bu’a qabeessa ta’ee argataniiru. Haa ta’u malee, haalawwan addunyaa maratti argaman garaa gara waan ta’aniif, babal’istoonni tajaajila isaanii irratti akkaataa dhiheenyaa ykn mata duree kan biraa namoota naannoo isaanii hawwatu fayyadamuu danda’u. Dhugaa dha, hundi keenya iyyuu qajeelfama duula addaa ilaalchisee qophaa’u hordofuu qabna. Galmi keenya ergama Yesuus misiraachoo Mootummichaa akka lallabnu nutti kenne fiixaan baasuu dha.—Mat 24:14.

Babal’istoonni kutaa barattootaa yommuu dhiheessan, yaada maree fakkeenya ta’u irratti ibsamee fi Barreeffama Qo’annaa Walga’ii Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa irra jiru fayyadamuu qabu. Haa ta’u malee, qajeelfamni adda ta’e hamma hin kennamnetti, gaaffii, caqasa, yeroo itti aanuuf isa jedhuu fi yoomessa ilaalchisee wanta naannoo isaaniitti bu’a qabeessa ta’e filachuu danda’u. Yaadni kun qajeelfama barreeffama qo’annaa walga’ii Waxabajjii 2020 fuula 8 irra jiru sirreessa.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi