LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Guraandhala ful. 2
  • Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Dubbii Koo Dhagaʼaa, Hubadhaas”
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2014
  • “Fakkeenyaan Malee Isaanitti hin Dubbatu Ture”
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
  • Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatan
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
  • Fakkeenyota Barumsa Dabarsan
    Dubbisuu Fi Barsiisuuf Carraaqqii Godhi
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Guraandhala ful. 2

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Fakkeenyota Waaʼee Mootummichaa Dubbatamanii fi Hiika Isaan Nuuf Qaban

Yesuus barumsa hafuuraa ulfaataa taʼe barsiisuuf fakkeenyota salphaa taʼanitti fayyadameera. Haa taʼu malee, wanta inni barsiise kan hubatanii fi kan hojii irra oolchan namoota gad of qaban qofa dha. (Mat 13:10-15) Tokkoon tokkoo fakkeenyota Mootummichaa fi gaaffiiwwan kana deebisuuf yaalaa: Fakkeenya, kana irraa fayyadamuu kanan dandaʼu akkamitti? Jireenya koo irratti hoo jijjiirama akkamii fiduu qaba?

Firii sanaaficaa, raacitii, qabeenya guddaa, daldalaa imalu

MOOTUMMAAN SAMII WANTOOTA ARMAAN GADIITTI FAKKEEFFAMEERA

  • “Firii sanaaficaa.”—Mat 13:31, 32; w14 12/15 8 key. 9.

  • “Raacitii.”—Mat 13:33; w14 12/15 9-10 key. 14-15.

  • “Qabeenya guddaa” fi daldalaa imalu.—Mat 13:44-46; w14 12/15 10 key. 18.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi