LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Bitootessa ful. 3
  • Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • “Jaalalli Waaqayyoo Isakana’oo”
    “Jaalala Waaqayyoo Keessatti Of Eegaa”
  • Jaalalli Waaqayyoo Bara Baraaf Jiraata
    Jaalala Waaqayyoo Keessa Jiraadhaa
  • ‘Waaqayyo Abrahaamiin Qoree Ilaale’
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Ajajawwan Kurnan kan Isin Ilaallatan Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Bitootessa ful. 3

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 22-23

Ajajawwan Guguddaa Lamaan Raawwachuu

22:36-39

Yaada Maatewos 22:36-39 irra jirutti fayyadamuudhaan barbaachisummaa walgaʼii Kiristiyaanaa irratti argamuu duraa duubaan kaaʼi:

  • Jajjabina argachuuf

  • Obboloota keenya jajjabeessuuf

  • Yihowaa waaqeffachuu fi jaalala isaaf qabnu argisiisuuf

Walgaʼii gumii

Yommuu dadhabnuu fi faayidaan walgaʼii irratti argamuun nuuf argamsiisu xinnoo akka taʼe nutti dhagaʼamutti illee, walgaʼii irratti argamuuf carraaqqii gochuu kan qabnu maaliifi?

Karaawwan ajajawwan guguddaa lamaaniif akka ajajamnu argisiisuu itti dandeenyu kan biroon kamfaʼi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi