LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Ebla ful. 3
  • Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Warri Kaan Ajaja Kiristoos Akka Eegan Gargaaruu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
  • Namoota Gad Of Deebisan Daandii Waaqayyoorra Akka Deddeebi’an Barsiisaa
    Tajaajila Mootummaa—2006
  • “Dhaqaatii . . . Namoota Barattoota Koo Godhaa”
    “Kottuutii Duuka Buutuu Koo Taʼi”
  • Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Ebla ful. 3
Yesuus duuka buutonni isaa barattoota akka godhan isaan ajajeera

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAATEWOS 27-28

Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?

28:18-20

Maaliif? Yesuus Yihowaa biraa aangoo guddaa fudhateera

Eessatti? Yesuus, “saba hundumaa keessaa namoota” barattoota isaa akka godhan duuka buutota isaa ajajeera

Wanta Yesuus ajaje hunda akka eegan namoota kaan barsiisuun wanta itti fufiinsa qabu dha

  • Namicha tokko yeroo Kitaaba Qulqulluu qoʼachiisan

    Wantoota Yesuus ajaje namoota kan barsiisnu akkamitti?

  • Barattoonni Kitaaba Qulqulluu barumsa Yesuus hojii irra akka oolchan gargaaruu

    Barattoonni keenya barumsa Yesuus hojii irra akka oolchan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?

  • Barataa Kitaaba Qulqulluu tokko wajjin tajaajila irratti hirmaachuu

    Barattoonni keenya fakkeenya Yesuus akka hordofan gargaaruu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi