LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Fulbaana ful. 5
  • Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Qorumsa Keessa Utuma Jirtanii Illee Gad Of Deebisuu ni Dandeessu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Karaa Ulfina Qabuun Jiraachuudhaan Yihowaadhaaf Ulfina Kennaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Gad Of Deebisuun Amma Iyyuu Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2017
  • Dhaqaatii Barattoota Godhaa—Maaliif, Eessatti, Akkamitti?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Fulbaana ful. 5

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | BA’UU 27-28

Uffata Lubootaa Irraa Maal Barachuu Dandeenya?

28:30, 36, 42, 43

Lubni ol aanaanii fi namni gosa Lewwii luba taʼe uffata addaa hojii isaaniitiif taʼu uffataniiru.

Uffanni luboonni Israaʼel uffatan qajeelfama Yihowaa barbaaduun, qulqulluu taʼuun, akkasumas amala gad of qabuu fi ulfina argisiisuun barbaachisaa taʼuu isaa nu yaadachiisa.

  • Qajeelfama Yihowaa kan barbaannu akkamitti?

  • Qulqulluu taʼuu jechuun maal jechuu dha?

  • Amala gad of qabuu fi ulfina argisiisuu kan dandeenyu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi