LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Caamsaa ful. 4
  • Mulʼata Amantii Namaa Cimsu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Mulʼata Amantii Namaa Cimsu
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jijjiiramuu Isaa—Kiristoosiin Ulfina Isaatiin Argan
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
  • Qorumsi Isarra Gaʼus Amanamaa Taʼeera
    Fakkeenya Amantiisaanii Hordofaa
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Caamsaa ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 9-10

Mulʼata Amantii Namaa Cimsu

9:1-7

Pheexiros, Yaaqoobii fi Yohaannis mulʼata Yesuus yeroo dinqiidhaan jijjiiramu argan

Yesuus yeroo dinqiidhaan jijjiiramettii fi Abbaan isaa inni samii akka isa jaallatu beeksisetti wanta isatti dhagaʼamee ture yaadaan ilaalaa. Kun rakkina isa eeggatuuf akka isa cimsee ture homaa hin shakkisiisu. Akkasumas mulʼanni kun Pheexiros, Yaaqoobii fi Yohaannis irratti dhiibbaa gaarii geessisee ture. Mulʼanni sun Yesuus Masiihii akka taʼe isaan amansiiseera; kanaafuu isa dhagaʼuun isaanii sirrii ture. Waggaa 32 booda illee Pheexiros mulʼata kana kan yaadate yeroo taʼu, amantii “dubbii raajii” irratti qabu caalaatti akka isaaf cimse dubbateera.—2Phe 1:16-19.

Raajii nama dinqisiisu kana ijaan kan hin argine taʼus, raawwii isaa argaa jirra. Yesuus Mootii aangoo guddaa qabu taʼee bulchaa jira. Dhiheenyatti immoo, ‘moʼicha isaa xumuruudhaan’ addunyaa haaraa qajeelinni keessatti dagaageef karaa bana.—Mul 6:2.

Raawwii raajiiwwan Kitaaba Qulqulluu arguun kee amantii kee kan cimse akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi