LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Caamsaa ful. 5
  • Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Kana Beektaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
  • Nama Fakkeenya Taʼu​—Dubartii Hiyyeettii Abbaan Manaa Irraa Duʼe
    Gaaffilee Dargaggootaa fi Deebii Isaaniif Kenname, Jildii 2ffaa
  • Horii Sibiilaa Diddiimtuu Kan Akka Saantiima Lamaa
    Tajaajila Mootummaa—2012
  • ‘Faana Kiristoos Dhiheenyatti Hordofaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Caamsaa ful. 5
Dubartiin abbaan manaa jalaa duʼee fi hiyyeettii taate takka saanduqa buusii keessa buusii yeroo gootu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | MAARQOS 11-12

Hunda Isaanii Caalaa Buusii Guddaa Kennite

12:41-44

Wantoota kanaa gadii wajjin haala wal qabateen seenaan kun maal nu barsiisa?

  • Yihowaan wanta hojjennu ni dinqisiifata

  • Tajaajila Yihowaa irratti wanta dandeessan hunda godhaa

  • Wanta amma gochuu dandeessan, isa kanaan dura gochuu dandeessan wajjin ykn wanta namoonni kaan gochuu dandaʼan wajjin wal bira hin qabinaa

  • Namoonni hiyyeessota taʼan hammi isaa xinnoo yoo taʼe illee kennuu irraa duubatti jechuu hin qaban

Barumsa kan biraa akkamii argatte?

KANA BEEKTUU?

Leeptanii lama

Leeptaa

Saantimni dubartiin abbaan manaa jalaa duʼe sun saanduqa buusii keessa buuste leeptanii lama taʼuu dandaʼa. Leeptaniin lama saantima hojjetaan humnaa tokko daqiiqaa 15 qofa hojjechuudhaan argatu dha. Yesuus saantima gatii guddaa hin qabnee fi dubartiin abbaa manaa jalaa duʼe sun buusii gootetti fayyadamee barumsa barbaachisaa taʼe barsiiseera.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi