LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Waxabajjii ful. 6
  • Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Addunyaas Taʼe Wantoota Addunyaa Keessa Jiran hin Jaallatinaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Namoota Akkamii Ta’uu Akka Qabdan Itti Yaadaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2013
  • Qajeelina Jaalladhaa, Jalʼina Immoo Jibbaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2019
  • Fedhii Dogoggoraa Moʼuu Kanan Dandaʼu Akkamitti?
    Gaaffii Dargaggootaa
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Waxabajjii ful. 6

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | LUQAAS 4-5

Akkuma Yesuus Qorumsa Mooʼaa

Seexanni hawwii garaa keenyaa jalʼisuudhaan walitti dhufeenya Yihowaa wajjin qabnu balleessuuf yaala. Seexanni miira, fedhii fi haala namni tokko keessa jiru irratti hundaaʼuudhaan qorumsa garaa garaa namoota irratti fiduuf carraaqa.

Yesuus qorumsawwan sadi mooʼuuf meeshaa humna guddaa qabu akkamiitti fayyadame? (Ibr 4:12; 1Yoh 2:15, 16) Fakkeenya isaa hordofuu kanan dandaʼu akkamitti?

  • Yesuus dhagaa gara daabbootti jijjiiruu dideera

    4:1-4

    ‘Hawwii foonii’

  • Yesuus, Diyaabilos mootummoota adduunyaa akka isaaf kennu yommuu isa qoretti isa mormeera

    4:5-8

    ‘Hawwii ijaa’

  • Yesuus fiixee mana qulqullummaa irra dhaabbatee

    4:9-12

    ‘Qabeenya ofii argisiifachuu’

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi