LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 8
  • Siyaasa Keessa Galuu Irraa Of Qusachuun Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? (Mik 4:2)

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Siyaasa Keessa Galuu Irraa Of Qusachuun Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? (Mik 4:2)
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Siyaasaa fi Waraana Irratti Hirmaachuu Dhiisuun Maalfaa Dabalata?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Addunyaa Qoqqoodame Kana Keessatti Adda Taʼaa
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2016
  • ‘Isaan Kan Biyya Lafaa Miti’
    Waaqa Dhugaa Isa Tokkicha Waaqeffadhu
  • Dhugaa Baatonni Yihowaa Siyaasa Keessa Kan Hin Seenne Maaliifi?
    Dhugaa Baatota Yihowaa Ilaalchisee Gaaffiiwwan Yeroo Baayʼee Gaafataman
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 8
Dhugaa Baatonni sanyii adda addaa qaban Galma Walgaʼii keessatti yommuu nagaa wal gaafatan

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Siyaasa Keessa Galuu Irraa Of Qusachuun Barbaachisaa kan Taʼe Maaliifi? (Mik 4:2)

Fakkeenyi waaʼee nama Samaariyaa dubbatame kun, Yihowaan namoota akka wal hin caalchisnee fi nutis namoota sadarkaan jireenyaa, sanyiin, qomoon, lammiin ykn amantiin isaanii kan keenya irraa adda taʼe dabalatee, ‘namoota hundumaaf wanta gaarii akka goonu’ kan nu irraa barbaadu taʼuu isaa nu yaadachiisa.— Gal 6:10; HoE 10:34.

VIIDIYOO SIYAASA KEESSA GALUU IRRAA OF QUSACHUUN BARBAACHISAA KAN TAʼE MAALIIFI? (MIK 4:2) JEDHU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Yaanni Miikiyaas 4:2 irratti argamu haala sabni Waaqayyoo yeroo harʼaatti keessa jiru kan argisiisu akka taʼe akkamitti beekna?

  • Siyaasa keessa galuu dhiisuu jechuun maal jechuu dha? Barbaachisaa kan taʼe hoo maaliifi?

  • Yaanni Mulʼata 13:16, 17 irra jiru, sirni siyaasaa ilaalchaa fi gocha keenya irratti dhiibbaa geessisuuf akka yaalu kan argisiisu akkamitti?

Gaazexessaa; tapha kubbaa saaphanaa; nama siyaasaa

Wantoonni siyaasa keessa akka gallu nu taasisan sadii kamfaʼi?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi