LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Adoolessa ful. 7
  • Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Viidiyoo Haaraa Qayyabannaa Macaafa Qulqulluu Jalqabsiisuuf Gargaaru
    Tajaajila Mootummaa—2014
  • Jehoovaas Wiitinasis—Orgaanaayizdi tuu Sheer za Gud Niiwus
    Tajaajila Mootummaa—2011
  • “Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!”
    Dammaqaa!—2016
  • Dandeettii Tajaajila Irratti Qabnu Fooyyeffachuu—Barsiisuuf Viidiyoowwanitti Fayyadamuu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Adoolessa ful. 7
Deevid yommuu manatti deebiʼuu fi abbaa isaa hammatu

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Ilmi Badee Ture ni Deebiʼe

VIIDIYOO ILMI BADEE TURE NI DEEBIʼE JEDHU ILAALAA; ACHIIS GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Deevid hariiroo Yihowaa wajjin qabu suutuma suuta dhabaa akka ture kan argisiisu maali dha? Maatiin isaa fi jaarsoliin hoo isa gargaaruuf kan yaalan akkamitti?

  • Haatii fi abbaan Deevid, ijoollee isaaniitiif warra fakkeenya gaarii taʼan turan kan jennu maaliifi?

  • Viidiyoon kun wantoota armaan gadii ilaalchisee maal nu barsiisa?

    • Deevidii fi Aal yommuu waliin hojjetan

      Jireenyi keenya hojii addunyaatiin akka qabamu gochuu

    • David and Al at a bar with Vivian and Taylor

      Hiriyummaa gadhee

    • David listens as his father uses the Bible to counsel him

      Gorsa dhaggeeffachuu

    • John Barker talks with his older son, James

      Yaada geddarachuu fi dhiifama argachuu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi