LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 4
  • Kakaʼumsa Sirriidhaan Yesuusiin Hordofaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Kakaʼumsa Sirriidhaan Yesuusiin Hordofaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wanti Kam Iyyuu Qajeelota hin Gufachiisu
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Yesuusitti ni Gufattaa?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2021
  • Ofis Taʼe Namoota Kaan Gufachiisuu Irraa Of Qusadhaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Ilaalcha Eenyuutu Dhiibbaa Isin Irratti Gochaa Jira?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 4

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 5-6

Kakaʼumsa Sirriidhaan Yesuusiin Hordofaa

6:9-11, 25-27, 54, 66-69

Yesuus fakkeenya hubachuun isaanitti ulfaate tokko barattoota isaatti yommuu himu, namoonni tokko tokko gufachuudhaan isa duukaa deemuu isaanii dhiisaniiru. Guyyaa tokko dura, Yesuus dinqiidhaan namoota kana sooruudhaan humna isaa kana kan argate Waaqayyo irraa akka taʼe mirkaneesseera. Kanaafuu, maaliif gufatan ree? Kakaʼumsi isaan Yesuusiin hordofuuf qaban ofittummaa irratti waan hundaaʼeef akka taʼe haala isaa irraa hubachuun ni dandaʼama. Isaan Yesuusiin kan hordofan faayidaa argachuuf jedhanii qofa ture.

Hundi keenya, akkana jennee of gaafachuu qabna: ‘Yesuusiin kanan hordofu maaliifi? Eebba yeroo ammaa fi gara fuulduraatti dhufu argachuuf qofadhaa? Moo Yihowaa waanan jaalladhuu fi isa gammachiisuu waanan barbaaduufi?’

Yesuus dinqiidhaan barattoota isaa soore; barattoonni hedduun isa dhiisanii deeman, Yesuus ergamoonni isaas isa dhiisanii deemuu barbaadu yoo taʼe isaan gaafate

Hunda caalaa Yihowaa kan tajaajillu sababa armaan gadiitiin kan kaʼe yoo taʼe, kan gufannu maaliif taʼuu dandaʼa?

  • Saba Waaqayyoo wajjin yeroo dabarsuun waan nu gammachiisuuf

  • Jannata keessa jiraachuu waan barbaadnuuf

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi