LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Fulbaana ful. 6
  • Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Muka Dhiphinaa Keessan Baadhaatii Yeroo Hunda Ana Duuka Buʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Yesuus Nama Akkamiiti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Misiyoonii Isa Guddaa Kan Ta’e Yesus Kiristos
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2008
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Fulbaana ful. 6
Yesuus ulfinni isaaf utuu hin taʼin Abbaa isaatiif akka taʼu godheera

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 7-8

Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera

7:15-18, 28, 29; 8:29

Yesuus wanta dubbatee fi wanta raawwate hundumaan Abbaa isaa isa samiitiif ulfina kenneera. Yesuus namoonni ergaan isaa Waaqayyo biraa akka dhufe akka beekan barbaada ture. Kanaafuu Kitaabni Qulqulluun wanta inni barsiiseef buʼuura akka taʼu godheera, akkasumas irra deddeebiʼee achi irraa caqaseera. Yesuus yommuu namoonni isa jajan, ofii isaa mannaa, Yihowaan akka jajamu godheera. Wanti hunda caalaa isa yaaddessu, hojii Yihowaan akka inni hojjetu isaaf kenne raawwachuu ture.—Yoh 17:4.

Yommuu wantoota armaan gadii goonu fakkeenya Yesuus hordofuu kan dandeenyu akkamitti?

  • yeroo nama tokko qoʼachiisnu ykn waltajjii irraa barsiisnu

  • yeroo namoonni kaan nu jajan

  • yeroo keenya akkamitti akka dabarsinu yommuu murteessinu

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi