LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb20 Adoolessa ful. 8
  • Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yeroo Qoramtan Yihowaadhaaf Amanamoo Taʼaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2017
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa Faarfadhaa
  • Waaqa Keenya Yihowaa Jajadhaa!
    Yihowaa ‘Gammachuudhaan Faarfadhaa’
  • Yesuus Abbaa Isaatiif Ulfina Kenneera
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
mwb20 Adoolessa ful. 8

AKKA KIRISTIYAANA TOKKOOTTI JIRAACHUU

Yommuu Namoonni Isin Jajan Gad Of Qabaa

Yeroo tokko tokko namoonni nu jaju ykn nu galateeffatu taʼa. Garaadhaa, akkasumas kakaʼumsa sirriidhaan akkas godhu taanaan nu jajjabeessa. (Fak 15:23; 31:10, 28) Haa taʼu malee, namoonni nu jajuun isaanii warra kaan irra akka caallu akka nutti dhagaʼamuu fi kooraaf akka nu hin kakaasne of eeggachuu qabna.

VIIDIYOO AKKUMA YESUUS AMANAMOO TAʼAA—YOMMUU JAJAMTANITTI JEDHAMU ERGA ILAALTANII BOODA, GAAFFIIWWAN ARMAAN GADII DEEBISUUF YAALAA:

  • Namoonni wantoota akkamiitiif nu jajuu dandaʼu?

  • Obboloonni, Sargee kan jajan akkamitti?

  • Jajannaan isaanii daangaa isaa kan darbe akkamitti?

  • Deebii Sargeen gad of qabuudhaan deebise irraa maal barattan?

Fakkii viidiyoo ‘Akkuma Yesuus Amanamoo Taʼaa—Yommuu Jajamtanitti’ jedhamu irraa fudhatame; Sargeen mana obboleessa tokko keessatti obbolootaa wajjin taʼee yeroo isaan galata isaaf hin malle isaaf kennanitti gad of qabuudhaan deebii kennaa jira.
    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi