LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Onkoloolessa ful. 2
  • Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Jajjabina Eessaa Argachuu Dandeenya?
    Barsiisaa Guddicharraa Baradhu
  • “Ani Isa Bade Nan Barbaada”
    Gara Yihowaatti Deebiʼi
  • Tiksee Gaarii fi Gola Hoolotaa
    Yesuus—Karaa, Dhugaa, Jireenya
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Onkoloolessa ful. 2

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 9-10

Yesuus Hoolota Isaa ni Kunuunsa

10:1-5, 11, 14, 16

Hariiroon tiksee tokkoo fi hoolota isaa gidduu jiru beekumsaa fi wal amanuu irratti kan hundaaʼe dha. Yesuus, inni tiksee gaarii taʼe hoolota isaatiif dhuunfaatti, wanta isaan barbaachisu, dadhabina isaanii fi cimina isaanii ni beeka. Hoolonnis tikisicha ni beeku, qajeelfama inni isaaniif kennuttis ni amanamu.

Yesuus Tiksee Gaarii Taʼuu Isaa kan Argisiise Akkamitti?

  • hoolota isaa walitti qabuudhaan

  • hoolota isaatiif qajeelfama kennuudhaan

  • hoolota isaatiif eegumsa gochuudhaan

  • hoolota isaa sooruudhaan

Tikseen tokko balbala gola hoolotaa eega

IRRATTI XIINXALUUF: Kunuunsa Yesuus godhu caalaatti dinqisiifachuu kanan dandaʼu akkamitti?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi