LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Sadaasa ful. 2
  • “Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?”

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • “Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?”
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Maqaa Gaarii Qabaadhaa, Akkasumas Eeggadhaa Itti Fufaa
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Yihowaan Wanta Waadaa Gale Yeroo Hundumaa ni Raawwata
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2020
  • Gantummaan Baayʼee Jibbisiisaa Dha!
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2022
  • Namoota kan Qabdan Taʼuuf Qophooftaniittuu?
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2020
Dabalataan Ilaaluuf
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Sadaasa ful. 2
Barattoonni Yesuus kiyyoo qurxummiidhaan guutame gara qarqara galaanaatti harkisaa jiru

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | YOHAANNIS 20-21

“Isaan Kana Caalaa Na Jaallattaa?”

21:1-19

Bara duriitti namoonni qurxummii qaban buʼa qabeeyyii taʼuu fi gatii dadhabbii isaanii argachuuf, obsa qabeeyyii, jabaatanii kan hojjetanii fi rakkina isaan mudatu moʼuuf fedhii kan qaban taʼuu qabu turan. (w12-AM 8/1 18-20) Amalawwan kun Pheexiros namoota qabuu irratti milkaaʼina akka argatu isa gargaaru. Haa taʼu malee, Pheexiros wanta jireenya isaa keessatti dursa kennuuf, jechuunis hojii isaa isa jaallatu ykn hojii duuka buutota Yesuus karaa hafuuraa sooruu keessaa tokko filachuu qaba.

Ati hoo fedhii Mootummichaatiif dursa kennuuf jecha sirreeffama akkamii gooteetta?

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi