LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • mwb18 Sadaasa ful. 4
  • Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbachuu Isaanii Itti Fufan

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbachuu Isaanii Itti Fufan
  • Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Yesuus Namoota ni Jaallata Ture
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
  • Matadureewwan Maree Gochuuf Gargaaran
    Matadureewwan Maree Gochuuf Gargaaran
  • ‘Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbadhaa’
    Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu—2010
Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii—2018
mwb18 Sadaasa ful. 4
Pheexirosii fi Yohaannis dura buʼaa lubootaa fi warra kaanitti ija jabinaan dubbatu

BEEKUMSA DUBBII WAAQAYYOO IRRAA ARGAMU | HOJII ERGAMOOTAA 4-5

Dubbii Waaqayyoo Ija Jabinaan Dubbachuu Isaanii Itti Fufan

4:5-13, 18-20, 23-31

Ergamoonni barsiisota taʼuuf gaʼumsa akka qabaatan kan gargaare maali dha? Amantii guutuu fi ija jabinaan akka dubbatan kan isaan gargaare hoo maali dha? “Yesuus” isa Barsiisaa Guddicha taʼe ‘wajjin waan turanii’ fi isa irraa waan barataniif ture. (HoE 4:13) Nuti hoo tajaajiltoota buʼa qabeeyyii taʼuuf, Yesuus irraa barumsa akkamii arganna?

Caqasoota armaan gadii barumsa irraa argannu wajjin walitti firoomsi.

CAQASOOTA

BARUMSA ARGANNU

  • Mat 6:33; Mar 6:31-34

  • Mat 10:18-20; 21:23-27

  • Mat 21:15, 16; Yoh 7:16

  • Mat 21:22; Luq 22:39-41

  • Yihowaatti amanami

  • Wanti barsiistu Kitaaba Qulqulluu irratti akka hundaaʼu godhi

  • Warri kaan akka si sodaachisan hin heyyamin

  • Fedhii kee caalaa tajaajilaaf dursa kenni

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi